Gumiin tokkummaa mootummootaa magaala Niiw Yoork keessatti gaggeeffamaa jiru, waa'ee weerara dhukkubaa fi mala ittisaa irratti dubbatee jira. Gama kaaniin jijjiiramnii qilleensaa dhukkuboota beekamoo kan akka Busaa, HIV/ AIDSII fi dhukkuuba Sombaa ittisuuf, yaalii ta'u danquun ibsamee jira. Gabaasa mata duree lamaan irratti ergamee jaallanneetu dhiyeessa.
Dhukkuboota Daddarboo Addunyaa Mudatan Irratti Mariin Geggeefamee Jira
Your browser doesn’t support HTML5