Dhuukuba Ijaa Maaltu Fida ?

  • Jaallannee Gammadaa

Baadiyyaa fi naannoo jireenyi uummataa gad aanaa ta’e keessatti qulqullina namaa fi kan naannoo eeguun salphaa miti.Keessumaa ijoolleen dhukkuba ijaa Traakomaa jedhamuun miidhaman danuu dha.

Dhukkubonni ijaa ka biroon umrii fi dhukkuboota qaama keessaa ka biroo waliin hidhata qabaatanii dhufanis ni jiran. Namonni uumamaan bifa hallu addaan baasanii hin hubannees ni jiru.

Dhukkuba ijaa kan ilaaleen ibsa Dr Daawiit Mardaasaa nuu kennan MP3 tuquun dhaggefadhaa