WASHINGTON, DC —
Manni-murtii ol’aanaan federaalaa, dhaddachi Afuraffaan, kaleessa dhimma hidhamtoota shan galmee Obbo Pilaatiin Yoonaas Higguu irratti ilaaluu isaa fi murtiilee haga tokko mirga himatamtootaa eegsisu dabarsuu isaa – abukaatoon isaanii, Obbo Milkiyaas Bulchaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa