Dimookiraatonni Filannoo Walakkeessan Senetii Dhuunfatan

  • VOA

Seenatar Kaatriin Korteez Masaatoo, bitaa, Bulchaa Bevaadaa Stiiv Sisolaak , mirga, wajjin sirna guyyaa filannp qophaahe irratti, Sadaasa 8, 2022, Laas Veegas

Kan Ripaablikaanonni mana maree bakka bu’oota uummataa fi Senetii dhuunfatu jedhame filannoo walakkeessa marsaatti hin milkaa’in hafe.

Your browser doesn’t support HTML5

Dimookiraatonni Filannoo Walakkeessan Senetii Dhuunfatan

Lakkoofsi sagalee laka’ame kan boodanaa akka agarsiisutti bara 2023tti Dimookiraatonni yoo xiqqaate teessoo 50 Seenetii dhaaf qabaachuuf jiru.

Rippabilikaanonni mana maree bakka bu’oota uummataa injifachuutti dhihaachaa jiru, garuu dorgommiiwwan tokko tokko beeksisuuf yeroon hin geenye jechuun odu gabaasaan VOA’n Arash Arabasadii gabaaseera.