Dirree Dhawaa Keessatti Walitti Bu’iinsi Uumame Qabeenyaa Fi Qaama Namaa Miidhe

Magaalaa Dirree Dhawaa

Kaleessa gara galgalaa walitti bu’iinsi Dirree Dhawaa keessatti ka’e hanga har’aatti itti fufuun isaa himamee jira. Walitti bu’iinsa Kanaan lubbuun du’eef miidhaa jabaan dhaqaabuu baate iyyuu qaama namaaf qabeenyaa irra miidhaan ga’uun isaa gabaasamee jira.

Maanguddoonnii fi abbootiin amantii Dirree Dhawaa keessatti qaamota badiisaa walitti bu’iinsa gosaa fi amantii qindeessaa jirantu jira jechuun dubbatanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa