Dorgomtuu Prezidaantummaa Somaaliyaa: Biyyattiin Hooggansa Dubartiin Rakkoo Ishee Furchuun Yeroon Isaa Amma 

  • VOA

Dorgomtuu Prezidaantummaa Somaaliyaa, Faayizaa Hajii Adam

Hundi isaanii dhiirota ka tahan, hoogganoonni ol’aanoon Somaaliyaa, malaammaltummaa fi nageenya-dhabuu biyyattiitti furmaata fiduuf waggoota hedduudhaaf qabsaawaa turan.

Miseensi mana-maree Somaaliyaa, Faayizaa Hajii Adam, prezidaantummaa biyyattiif dorgomuuf kaleessa ennaa beeksisanitti, “yeroon itti harka dubartiin ilaalaan, yeroon isaa amma,” jedhan.

Tahus garuu, Mohammed Kaaliyyee Moqdishoo irraa akka gabaasetti, mana-maree Somaaliyaa dhiirotaan guute keessatti dorgomtuun kun deggersa ga’aa argachuun ulfaataa dha.

Guutummaa gabaasaa kanaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgomtuu Prezidaantummaa Somaaliyaa:  Biyyattiin Hooggansa Dubartiin Rakkoo Ishee Furchuun Yeroon Isaa Amma