Dubartoonni fi Sabxiqqaaleen Badhaasa Akaadamii 94ffaa Irratti Seenaa Hojjatan

  • VOA

FAAYILII - Badhaasa Oskaarii

Sirni badhaasa Akaadaamii fiilmii filatama “CODA” jedhamuu fi kanneen gurri isaanii dha’auu dhabe bakka bu’uu fi kabajaa kennu irratti taatolee filatamoo kanneen ta’an badhaasee jira. Haalawwan mula’atan keessaa waan hin eegamne kan raawwatamee fi dubartoonni , barreessitoota fiilmii filatamoo fi wallee filatamaa ka dhiyessan kan badhaasa Oskaarii kan itti injifatan ture.

Your browser doesn’t support HTML5

Dubartoonni fi Sabxiqqaaleen Badhaasa Akaadamii 94ffaa Irratti Seenaa Hojatan

Seenaa Daawitii fi Gooliyaad irratti kan hundaa’e kan oguma fiilmii dhufaa jiru agarsiisu fiilmiin CODA jedhamuu fi gara nama raasu kaadhimamaa oskaarii sadii warra filatamanii ful dura jiran keessaa badhaasa best pcture jedhamu fiilmii filatamaa ta’ee jira.

Gama biraaiin, kaadhimamaa oskarii 12 kan ta’e diraamaan xiin sammuu warra dhiyaa kan ‘The Powr of Dog” jedhamu Daayirikteera filatamaa qabaachuun Oskar tokko injifatee jira.