Eeyyee Ni Dandeenya - Misheel Obaamaa

Dargaggoonni Afrikaa hegeree ardii isaanii keessatti qooda hoggantummaa akka qabaataniif giifti-dureen Yunaaytid Isteets Misheel Obaamaa Afrikaa Kibbaa keessatti gaafatanii jiru.

Kana malees shamarranii fi dubartoonni "Afrikaa hegeree gaarii argamsiisuuf ammumaa jalqabee tarkaanfii fudhachuu jalqabaa" jechuun gorsan.

Misheel Obaamaa ijoollee durbaa qaban lamaanii fi haadha ofii waliin gara Afrikaatti imaluun isaanii ni yaadatama.

Gabaasa guutuu MP3 tuquun dhaggeffadhaa