Ertraan Finfinnee Keessatti Balaa Gesisuuf Karoorfattee Turte

  • VOA

Mootummaan Ertraa gara jalqaba bara 2011tti kan Finfinnee keessatti geggeeffamee ture wal gahii gamtaa Afriikaa irratti haleellaa guddaa adeemsisuuf karoorfattee turte jechuun gabaasni Tokkummaa Mootummotaa beeksisee jira.

Dubbi himaan ministrii odeeffannoo Ertraa Alii Abduu garuu, inni gabaasa jedhame kun kosii fuula 400 of keessaa qaba jechuun haalan.Gabaasa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa