Ertiraan Guyyaa Bilisummaa Ishee Kabajjee Jirti

  • VOA

Ertraan waggaa bilisummaa ishee itti gonfattee inni 30ffaan Asab keesstti kabajamee jira.

Ministeera Odeeffannoo Ertraa kan ta’an Yemaanee Gebra Masqal Twitarii ofii irratti akka barreessanti ayaaneeffannaa kana irratti haasawaa kan dhageesisan Ambaasaaddar Mohammed Seiid Mantay yoo ta’an agarsiisi walleelees akka ture ibsanii jiru.