Itiyoophiyaa fi Jabuutiin Sochii Daangaa Irratti Marii Geggeessan

Jabuutiin Karra Daldala Itiyoophiyaa Gudditti Ta'uun Itti Fufti.

Jabuutiin karra nagadi ittiin seenuu fi ergamu taatee kan turtu ta’uu ministriin dhimma alaa beeksiseera.

Xumura baatii kanaa adeemsa bishaan guutuu kan hidha laga Abbayyaa mariin ogeessota biyyoota sadarnii Kaartuum keessatti kan geggeessamu ta’uun ibsameera.

Daldala seeraan alaa daangaa Itiyoophiyaa fi Jabuutii irratti geggeessamuu fi namoota seeran ala deeddeebisuu dhaabsisuuf illee angawoonni kun mari’ataniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa Guutuu Caqasaa