Federeeshiniin Gaazzexeessotaa Somaaliyaa Odeeffannoo fi Oduu Dharaa Dura-dhaabbachuuf Duula Jalqabe  

  • VOA

Magaala Moqaadishoo (Suuraa faayilii)

Federeeshiniin Gaazzexeessota Somaaliyaa, odeeffannoo sobaa, oduu dharaa, haasawa jibbinsaa fi olola biyyattii keessatti deemaa jiru dura dhaabbachuuf duula jalqabee jira.

Federeeshinichi akka jedhutti filannoon Somaaliyaa xumura baatii Adoolessaa dura geggeessama, jedhamee ennaa eegamaa jiru kanatti duulli odeeffannoolee dogoggorsoo tahan facaasuu dabalee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Federeeshiniin Gaazzexeessotaa Somaaliyaa Odeeffannoo fi Oduu Dharaa Dura-dhaabbachuuf Duula Jalqabe