Naansii Reegan,Haatii Manaa Pireezdaantii Yunaaytid Isteets Duraanii,Roonaald Reegan, Du'an Boqatte.

Your browser doesn’t support HTML5

Naansii Reegan haadha manaa pireezdaantii Yunaaytid Isteets han 40ffaa, Roonaald Reegan turte. Sababa dhukkuba lapheetin oggaa 94tti harra addunyaa kanarra du'an boqatte.