Gabaasaaleen Adda Addaa Haala Tigraay Keessaa Maal Jedhu?

  • VOA

Konkolaattota Tokkummaa mootummootaa, Tigraay naannoo Aguwaalaa, Caamsaa 8, 2021

Mootummaan Itiyoophiyaa Tigraay keessatti dhukaasa dhaabiinsa labsuu isaa Wiixata kaleessaa galgala kan beeksisee yoo ta’u, paartiin duraan Tigraayin bulchaa ture waraana isaa waliin magaala Maqalee seenuun ibsamee jira.

Guyyaa har'a immoo magaala Shiree seenuu humna Adda Bilisummaa Uummata Tigraayitu gabaafamaa jira.

Gollii naga eegumsaa walgahii hatattamaa ifa ta'e akka gaggeessufis gaaffiin dhiyaatee jira.

"Dhukaasa dhaabinsii labsamee jechuun wal waraansii guutuummaatti xumuramee jechuu miti jedhu," qorattonni.

Dhimma kana irratti kan maddeen adda addaa gabaasan qindeessinee jirra. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaaleen Adda Addaa Haala Tigraay Keessaa Maal Jedhu