Garaagarummaa, Wal Danda'uu, fi Wal Hubachuurratti Yaada Barattoota Yunivarsitii

Barattoota Yunversitii Amboo

Barattootni Yunivarsiitii Amboo naannoolee adda addaa irraa dhufan, kanneen VOAn dubbise, “Garaagarummaa jiru irratti wal danda’uu fi wal-hubachuudhaan rakkoolee uumaman furuun ni danda’ama” jechuun yaada isaanii kennan.

Rakkoolee mooraa Yunivarsiitichaa keessatti ammaan dura mudatan marii fi wal hubachuudhaa furaa turuu isaaniillee dubbatu, barattoonni kun.

Yeroo gara maatiilee fi hawaasaalee keessaa dhufaniitti deebi’anillee muuxannoo jireenyaa mooraa Yunivarsitii kana irraa aadaa waliin mari’achuu fudhatanii akka dhaqanii fi qooda gaarii gumaqachan marii kanarratti dubbatanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Garaagarummaa, Wal Danda'uu, fi Wal Hubachuurratti Yaada Barattoota Yunivarsitii