WAASHINGITAN, DIISII —
Gurmuuleen gargaarsaa Keeniyaa fi xiinxaltoonni, gurmuun Al Shabaab, dargaggoota yeroo Kovid 19 kana jiraachuuf rakkataa jiran faana-dhahee fo’achuuf carraaqaa jira, jedhu.
Gurmuuleen Keeniyaa, carraaqqii Al-shabaab kana dura dhaabbachuuf, gandeen galii gad-aanaan jiraatan keessatti sagantaa barsiisa uummataa geggeessaa jiru.
Your browser doesn’t support HTML5
Gareen Al Shabaab Keeniyaa Keessaa Dargaggoota Fo'achuuf Carraaqaa Jira, Jedhame