Gifiraa fi Koleeraan Oromiyaa Keessatti Namoota Danuu Ajjeese, Biiroon Fayyaa Oromiyaa

Naannoo Oromiyaa godinoota garaagaraa jaha keessatti weerarri Gifiraa fi Koleeraa torbaan lama darban qofatti namoota soddomatti dhihaatan ajjeesuu Biroon Fayya Oromiyaa beeksise.

Biiroon kun maddeen oduuf akka ibsetti, Weerara Gifiraa ittisuuf daa'imman kuma dhibba jahaa oliif talaaliin marsaa duraa kennamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gifiraa fi Koleeraan Oromiyaa Keessatti Namoota Danuu Ajjeese, Biiroon Fayyaa Oromiyaa