Godaansaa fi Jireenya Dhala Namaa

  • VOA

Faayilii - Godaantota Afrikaa galaana Medetiraaniyaanii gama Liibiyaati balaa bidiruu irraa bararama, Fulbaana 20, 2021

Muddee 18 addunyaa irratti guyyaa godaantootaa jedhamuun yaadatama. Godaantoonni hedduun Afrikaa irraa ka’uun karaa galaana Medtreeniyaan Awuroopaa dhaqqabuuf yaaliin taasiisan wareegama lubbuu isaan baasiisa.

Jaarmayaan godaantoota addunyaa akka jedhutti, imallii lubbuu galaafatuu kun walakkeessa bara 2021 keessa iyyu kuma 70 ga’e jira.Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Godaansaa fi Jireenya Dhala Namaa