Gumiin Waaltaalee Amantii Haleellaa Waaltaalee Amantii Irratti Raawwatame Balaaleffatan

  • VOA

Magaalaa Mooxaa

Gumiin waaltaa amantii Dirree Dhawaa naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaa keessatti haleellaa waaltaalee amantii irratti raawwatame balaaleffatee jira. Gumiin waaltaalee amantii naannoo Harariis ibsa wal fakkaatu kan baase yoo ta’u magaalaalee adda addaa keessattis hiriirri mormii gocha kana balaaleffatu geggeessamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gubachuu Masjiidaa Naannoo Amaaraa Ilaalchisee Gabaasa Qindaa'e Caqasaa