Guraadeen Minilik Xaaliyaanii Ittiin Lolan Itiyoophiyaatti Deebi’e: Madda Oduu Itiyoophiyaa

  • VOA

Guraadeen Minilik Xaaliyaanii ittiin lolan jedhamee fi gara biyyaa deebi'uun ibsame

Bara waraana xaaliyaanii goraadee atsee Minilik ittiin lolan Ameerikaa irraa gara Itiyoophiyaatti deebi’uun gabaasame. Enna asana goraadee sana waliin saamamee kan ture fannoon muka irraa hojjetame illee deebi’e jedhameera.

Itti dabaluu dhaanis mooticha Haayile sillaasee waliin xalayaaleen walii barreessan, suraalee fi post kaardii fi fakkiiwwan suraalee gara Itiyoophiyaatti deebi’e jechuun maddi oduu Itiyoophiyaa gabaaseera.