Guyyaa Aadaa Dargaggoota Oromoo Naannoo Diisii

Your browser doesn’t support HTML5

Guyyaa Aadaa Dargaggoota Oromoo Naannoo Diisii

Miseensonni Waldaa Dargaggoota Oromoo Biqiltuu Diisii qophii “Halkan Bilisummaa,” jedhanii moggaasan torban harraa, jechuunis Bitootessa 18 mooraa Yunversiiti Meerilaand keessatti dhieessan irratti namoonni gara 250 argamaniiru. Hudeesitoota waldichaa, geggeesitoota, akkasumas kanneen saganticha irratti hirmaatan dubbisuudhan qophii qindeesine daawaadhaa.