Hanqiina Boba'aa Tigraay Keessaa fi KOOVID-19 Afrikaa Keessaa

  • VOA

FAAYILII - Meeshaa fayyaa Dhabbannit Fannoo Diimaa Tigraay geesse, Maqalee

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ykn WHOn gargaarsa meeshaalee wal’ansa fayyaa Tigraayti kan erge yoo ta'u achitti raabsuf garu hanqiinni boba'aa mudachuu ibsee jira.

Gama kaaniin Dhukkuubi KOOVIID-19 Afrikaa keessatti maal irra jira? Gabaasa Lisaa Shelaayiin Jenevaa irraa Ergiite jaallannee tu dhiyeessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hanqiina Boba'aa Tigraay Keessaa fi KOOVID-19 Afrikaa Keessaa