Hawaasi Oromoo fi Somaalee Itiyoophiyaa Minisootaatti Marii Geggeessan

  • Tuujubee Horaa

Kibxata kaleessaa Hagaya 8 bara 2018 Hawaasa Oromoo MN fi Hawaasa Somaalee Itiyoophiyaa gidduutti Mariin geggeessamee jira. Hawaasaaleen lamaan walitti dhufuu dhaan yeroo ammaa baha Oromiyaa bakka uummanni hawaasa kanaa waliin jiraatu keessatti walitti bu’iinsa uumame ilaalchisee mari’achuu dhaan ibsa ejjennoo baafachuu isaanii dubbatan.

Itti gaafatamaan gaafatamaan sab quunnamtii hawaasa Oromoo MN Obbo Awwal Nagawoo mariin hawaasaalee kanaa kana duras jalqabee ture jedhu obbo Awwal.

Your browser doesn’t support HTML5

Hawaasi Oromoo fi Somaalee Itiyoophiyaa Minisootaatti Marii Geggeessan