Dhukkuba Sukkaaraa Maaltu Fida ?

  • Jallannee Gammadaa
Dhukkubi kun yeroo ijoollummatti kana nama qabuu Daayaabetiis waan jedhamu fi umrii gara booda keessa kan nama qabu Daayaabeetiis tuu jedhame waamama.

Dubartiin yeroo ulfooftu kan Uumamau immo Jesteeshinaal Diaabetiis jedhama jechuun ogeessi addaa kan waa’ee dhukkuba sukaaraa profeesar Jamaal Abdulqaadiir ibsanii jiru.

Dhukkubi sukkaaraa takkaa nama qabnaan dawaa liqimsuun akkasumas Lilmeen dawaa Insuliin jedhamu waraannachuuf of wal’anuu malee guutummaatti fayyuun kan hin danda’amne ta’uus ibsanii jiru.

Gaaffii fi Deebii guutuummaatti dhaga’uuf sagalee barreeffama kanaa gad ka’amee dhaggefadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii