Hiriirtonni Sudaan Mootummaan Siivilii Guutummaan Akka Jiraatu Gaafatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriirtonni Sudaan Mootummaan Siivilii Guutummaan Akka Jiraatu Gaafatan

Mootummaan sivilii guutummaan akka jiraatuu akkasumas fi fonqolcha baatii Onkoloolessa keessa geggeessame mormuuf jecha hriirtonni mormii daandii magaalaa galma mootummaa Sudaan, Kaartuumitti ba’uu dhaan sagalee isaanii dhageessisanii jiran.

Hiriirawwan kun kan geggeessaman muummichi ministeeraa Abdallaa Hamdook hidhaa dhaa akka gara aangootti akka deebi’an walii galtee erga mallatteessanii booda.

Maqaa rbbiin nan kakadha, ilaalchi kun waan daandii irrtti ta’uttii adda. Walii galten kun walii galte siyaasaa qofaatti ta’e, mormii daandii Sudaan, rakkoo bu’uuraa lammiiwwan Sudaanitti adda ba’ee, kaayyoo warraaqsa lammiiwwaan Sudaanittii adda fi kaayyoo dhiigi dhangala’e, amma illee Darfur keessatti dhangala’aa jiruttii adda jedhan.