FINFINNEE —
Rakkoo nageenyaa kan dhabbilee barnoota Olaanoo keessatti mudataa tureen walqabatee barattonii heddun baruumsa addan kutuun isaani ibsame. Ministeerri Saayinsii fi dhabbilee barnoota Olaanoo rakko ture furuuf fala kennee nageenyi bu'aa jira jedhus/ barattotaa fi maatin barattotaa wabii nageenyaaf akka sodaa qaban VOAtti himanii jiru.
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaasa dhimma Baqattoota Yuniversitiilee caqasaa