Hospitaalii Riferaalaa Yunivarsitii Wallaggaa Duula Yaala Ijaa Geggeesse

Hospitaalii Riferaalaa Yunivarsitii Wallaggaa Duula Yaala Ijaa Geggeesse

Hospitaalli Rifaraala Yunivarsiitii Wallaggaa torban kana keessatti namoota dhibee moora ijaa qaban 266 duulaan yaaluu isaa beeksise.

Ispeeshaalistiin dhibee Ijaa Hospitaalichaa Doktor Siinboonaa Galataa akka jedhanitti, barattoota mana barumsaa 20tti baratan 1600 caalaniifis yaalii ijaa adda addaa taasisanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Hospitaalii Riferaalaa Yunivarsitii Wallaggaa Duula Yaala Ijaa Geggeesse