Suuraalee: Filannoo Walakkeessaa Ameerikaa, Bara 2022

Beeksisa namoonni guyyaa filannoo akka yaadata karaa eduu olkaawwame, Maayin,  Kibxata 8, 2022

Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022

Buufata filannoo magaala Niiw Yoorki keessaa tokko, Sadaasa 8, 2022

Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022.

Namoota sagalee kennaa jiran, Ohaayoo, Sadaasa 8, 2022

Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Awustan, Teeksaas, Sadaasa 8, 2022

Kadhimamaa mana maree magaalaa Richaar Smiizi namoota sagalee kennuuf argaman yeroo nagaha gaaafatan, Awustan, Teeksas, Sadaasa 8, 2022.

Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022

Deeggartoota kaadhimaa bulchaa Kutaa Meerilaand, Ripaablikaanticha Dan Kooks, Sadaasa 8, 2022

Nama sagalee kennaa jiru, Sadaasa 8, 2022