Iraan Haaloo Bahuuf Loltoota Ameerikaa Iraaqi Keessatti Lolte

  • Jaallannee Gammadaa

Iran Syria

Your browser doesn’t support HTML5

Iraan Haaloo Bahuuf Loltoota Ameerikaa Iraaqi Keessatti Lolte

Iraan ajajaa waraanaa ishee Yunaayitid Isteetisiin ajjeesame haaloo bahuuf akkuma dhaadattetti har’a ganama maadheelee waraanaa Iraaq lama kanneen loltoonni Yunaayitid Isteetis keessa jiraatanitti Misaaheloota Baalistik hedduu dhukaastee jirti.

Haleellaa Iraan maadheelee lameen loltoonni Yunaayitid Isteetisii fi waahiloonni ishee keessa qubatan irratti geggeessite Briteen battaluma balaaleffatte.

Gabaasaa Richaard Griinii fi Henrii Riijweel Caqasaa.