Seenaa Ayyaana Irreecha Mana Sibuutti Ayyaaneffatamee 

  • Tuujubee Horaa

Ayyaanni Irreechaa guutuu biyyaa Onkoloolessa tokko bara 2017 Bishooftuutti kan argamu Haroo Arsadii-tti kabajamuun isaa ni yaadatama. Ayyaanni kun kutaalee biyyaa adda addaa lkan akka Godina Jimma Malkaa Booyyee, Walaggaa dhiyaa aanaa Mana Sibuu keessattis kabajamee jira.

Ayyaanni Irreechaa Mana Sibuutti Onkoleelessa 15 bara 2017 yoo ta’u haala ayyaanichaa kan nuuf ibsan abbaa Gadaa Sibuu Odaa Simbir Obbo Oljirraa Dibaar turan.

Your browser doesn’t support HTML5

Seenaa Ayyaana Irreecha Mana Sibuutti Ayyaaneffatamee