"Irreechatti Hirmaachuuf Otuu Deemnuu Humnoota Mootummaan Karaatti Danqame"

(Suuraa faayilii)

Jiraattonni magaalaalee Oromiyaa Lixaa tokko tokko, ayyaaneffannaa Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Har-sadeetti hirmaachuuf osoo deemnuu, humnoota naga-eegumsaa mootummaatiin daandiirratti danqamne jechuun komatan.

Komishinarri Poolisii Idilee kan Oromiyaa, Mustafaa Kadir immoo “Irreechi namoota muraasaan akka kabajamu kan taasifame tamsa’ina weerara Koroonaa Vaayirasii ittisuufi” jedhan. Namootni baay’een daandiirratti ittisamuus hin aalle, Obbo Muusxafaan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

"Irreechatti Hirmaachuuf Otuu Deemnuu Humnoota Mootummaan Karaatti Danqame"