Ispees Eekis Saayelaayitii Afrikaan Kibbaa Qabatee Gara Hawwaa Imaleera

  • VOA

FAAYILII - Hundeessaa fi hogganaan Ispees Eekis Elaan Maask, Guraandhala 6, 2018

Biiliyeenerichi abbaan qabeenyaa 'Space X', Elaan Maski, biyya itti dhalate Afrikaa Kibaatii naanoo saayelaayitii sadii omiishuudhan ergama gara hawwaa gumaacheefiira.

Afrikaan Kibbaa qurxummii warra seeraan ala galaanaa ishii irraa qabatan to’achuuf saayinsii hawaa fayyadamuu jalqabuu, as Yunaaytid Isteets Kutaa Kaalifoorniyaa keessatti kaampaaniin tokko baayooteekinoolojii fayyadamuudhan biqiltuu irraa haalluu uffata jiinsiif oolu uumuu ibsuun qabiyyee qophii Labata harraati. Tigist Gammeetu wa-lduraa duubaan dhiheessaa, dhaggeeffahdaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaan Kibbaa Saatelaayiti Sadii Gara Hawwaa Ergite