Ispoortii fi Hirmaannaa Dubartootaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ispoortii fi Dubartoota

Maatiin, manneen barnootaa, waltajjiiwwan leenjii fi dhaabileen adda addaa industirii ispoortii irratti hojjatan hirmaannaa dubartootaa irratti ilaachi iqaban maal fakkaata?

Dubartoota lama muuxannoo isaanii gaafanne; Maaster Mihirat Kadir Yuniversiitii Finfinnee keessaa barsiisti, leenjstuu Teekiwaandooti. Fitriyaa Mohaammed immoo Kubbaa Kaachoo tabachaa guddatte. Yeroo ammaa kana dubartoota kaanifillee carraa uumuuf dhaabbata hundeessiteen milkaahaa jirti. Lamaanuu bifa barumsaa Hoogansa Ispooortiitiin maastersii barachaa jiru.