Muummichi Ministeeraa Israa'el Paartii Isaanii Biraa Dura Dhaabbannaan Isaan Mudachuuf Jira

  • VOA

Muummicha Ministeeraa Israa'el Benjamin Natanyaahuu

Muummichi minsiteeraa Israa’el Benjamin Netaanyaahuu paartiin isaanii Likud filannoo dhufaa jirutti eenyu biyyattii akka hookkanu murteessuuf jirutti hooggana paartichaa biraa rakkoon isaan mudatee jira.

Mormituun isaanii yeroo dheeraa Gideon Saar kan Natanyaahuun yeroo lama geggeessuu dhaban, mootummaa hundeessuuf paartii isaaniif nama wayyu ta’uu ibsan.

Natanyaahuun miseensota paartii Likud biratti beekkannaa kan qaban yoo ta’u, hoogganaa ta’anii itti fufuuf illee ni abdatu. Ba’iin filannoo Jimaata borii beeksisama jedhamee eegama.