Itoophiyaa Fi Kubbaa Miilaa

Itoophiyaatti namii hedduun kubbaa miilaa jaalata.Taatullee biyyitii akka atileeksiin jabaattee kubbaa miilaatiin hin jabaanne,

maan wayya?Soraan taphata garee Kubbaa miilaa Itoophiyaa keessaa Caalaa Dirribaa dubbisuun akkasumasgabaasa gara garaa walti qabe MP3 tuquun dhaggefadhaa