Iyyata Buqqaatotaa fi Deebii Angawootaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waggaa afuur dura daangaa Oromiyaa fi bulchiinsa naannoo Somaalee irratti walittibu'iinsa uumameen kan ka'e Oromiyaa irraa buqqa'anii parkii Miliyeenamii Dirree Dawaa keessa kannen buufatan deebi'anii akka ofdanda'an gochuuf deggersii barbaachisaan nu kennamnee jechuun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

Bulchiinsii naannoo Somaalee garu deggersii taasifamuu beeksisee kan gara fuula duraaf akk akeekaatti qabannees jira jedheera.

Gabaasa Addis Chakkool Dirree Dawaa irraa erge caqasaa.