Suuraalee Addunyaa Irraa Walitti Qabaman
Loltoota Burkiinaa Faasoo hoteela Ispileendiid magaala Ogaaduugootti argamtu eegaa jiran. Haleellaa Alqaayidaa kanaan namna 28-tuu ajjeefame.
Baqattoonni Siiriyaa baanaa qorraa uffatanii daangaa Maasadooniyaatii gara Miraatoovaak yeroo godaanan
Saatelaayitii (SpaceX) jedhamtu humna qilleensa waraana Vaandinbargi,Kaalifoorniyaatti gubatte. NASA, Bara 2016
Deeggartoon Hiilaarii Kilinton bakka mallattoon nafiladhaa Bernii Saandersii fi Hiilaarii Kilinton itti kuusame keessa yeroo deeman
Tuuristoota Filipiinsi, bara 2016
Yunaaytid Isteets,Saantiyaakoo kessatti meeshaa waraana kuma 13 ta'u namoonni dhuunfaaa dhoksan mootumman erga toohatee booda
Biyya Beelaarus keessatti ayyaanni Cuubbaa bishaan cabbiitiin yeroo kabajamu
Taaksii magaala Budaapeesti, Hangaarii
Cabbii, Awustiraaliyaa
Chaaynaa godina Cheengikiwitan keessatti jiraattonni oggaa konkolaattota poolisii haaraa daawwatan