WASHINGTON, DC —
Waldaan fannoo diimaa lammiiwwan Keeniyaa kanneen filannoo booda hookkaratu ka’a jechuun sodaatanii biyyattii dhaa baqataa jiran galmeessuu jalqabuu isaa beeksisee jira.
Bakka baqattoota kana itti simatu illee magaalaalee daangaa Busia fi Tororo keessatti tolchuuf karoorfachuu isaa ibsee jira jechuun Haliimaa Athumanii Kampaalaa irraa gabaastee jirti.
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa