Dhibeen Koleeraa Godinoota Boranaa fi Harargee Bahaatti Akka Haarawaatti Muldhachuun Himame

Dhibeen Koleeraa biyya Itiyoophiyaatti muldhatee ture naannole bakka dura ture hunda keessatti tohatamus naannoo Oromiyaa Godinoota lama Boranaa fi Harargee Bahaa keessatti akka haarawaatti muldhachuu isaa Institiwuutiin Fayya Hawaasaa beeksise.

Godinoota dhibeen kun akka haarawatti itti muldhates deegarsaa fi hordoffin taasifamaafi akka jiru himamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhibeen Koleeraa Godinoota Boranaa fi Harargee Bahaatti Akka Haarawaatti Muldhachuun Himame