Kongreesiin Federalistii Oromoo duula filannootti jira Oromiyaa gama Bahaa fi Dhiyaatti ummata kuma hedduutti bahee caqase

  • VOA

KFOn duula filannootti jiraa nama kuma hedduutti istaadiyoomiitti baheefii caqase

Your browser doesn’t support HTML5

“Mootummaa Oromoo fi Oromiyaa mootummaa sabaa fi sablammootaa gadi dhaabna!”

Miseensotaa fi bulchiinsii KFO Itoophiyaa gama Bahaa Ciroo,Harargee,Dirree Dawaa, Hirnaa akkasumas fi Harar keessatti ummataa wal mari’atan.

KFOn duula filannootti jiraa nama kuma hedduutti istaadiyoomiitti baheefii caqase

Kaayyoon duula kanaa hogganoota paartichaa wajjiin wal barsisuuf miseensoota haaraas galmeessuuf,dammaqiinsa uummataa dabaluuf.Nama kuma hedduutti istaadiyoomiitti bahee caqase.Ummatii ammoo istaadiyoomiitti bahee

Dur-taahaan KFO porofessor Mararaa Guddinaa kaayoon paartii isaanii filanoo dhugaa, federalasimii dhugaa,demokriaasi dhugaa fiduu fi Afaan Oromoo Afaan biyyoolesa tolchuu akka deemtu waadaa gale.

Daangaa Oromoollee Booranaa haga Kamisee,Cinaaksenii haga Dambii-Dooloo,Finfinnee hanga Jimmaa Abbaa-Jifaar/Iluu-AbbaaBooraa akka taatu cimsuuf jedha.

Daarekterii OMN ka durii fi miseensii paartii KOF Jawaar Mohaammad akka ummati

Tokkummaa fi jaalala cimsu,nagaa eegu,sabaa fi sablammiin wal kabaju gaafate. “Mootummaa Oromoo fi Oromiyaa mootummaa sabaa fi sablammootaa gadi dhaabna!”