Korri OSA Biyyatti Deebi'uun Bu'aa Aarsaa Qabsoo Qeerroo fi Qarreeti: Prezdantii Waldichaa

Prezdantiin Waldichaa, Ogeettiin Seeraa Kulanii Jaalataa fi miseensonni boordii isa kennan, Roobii, Adoolessa 24, 2019, Finfinnee

Korri Waldaa Qorannoo Oromoo 33ffa biyyatti taasifamuun bu’aa aarsaa qabsoo Qerroo fi Qarre Oromoon argame jedhan Prezdantiin Waldichaa, Ogeettiin Seeraa Kulanii Asaffaa Jaalataa.

Waldaan Qoranno Oromoo haala biyya keessatti galmaahee hojjachuun danda’amu irrattis hojjatamaa kan jiru ta’uu isaa hogganoonni waldichaa beeksisanii jiru.

Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase

Your browser doesn’t support HTML5

Korri OSA Biyyatti Deebi'uun Bu'aa Aarsaa Qabsoo Qeerroo fi Qarreeti: Prezdantii Waldichaa