Labsiin yeroo Muddamaa akka kaafamuu murtaa’e

  • VOA

FAAYILII - Gamoo Paarlaamaa Itoophiyaa, Adoolessa 1, 2019

Ji’oottan darbaniif Kan hojii irra oolfamaa jiru labsiin yeroo muddamaa Itiyoophiyaa akka kaafamu, manni-maree ministerootaa murteessuun dhagahamee jira.

Murtiin kun akka raggaasisamus qaamni labsicha baase mana-maree bakka-bu’ootaatti akka darbu taasifamuun isaas ibsamee jira jechuun Mellekskaachew Ammahaa Finfinnee irraa gabaaseera.