Maaraatoonii Landan Suuraadhaan

Dorgomii Maraatoonii Landan irratti Merii Leyitaanii 1ffaa , Xurunash Dibaabaa 2fffaa, Asalafach Margaa immoo 3ffaa bahan

Daani'el Waanjiruu, Qanaaniisaa Baqqalaa fi Bedaan Karookii tokkoo amma sadi'ii bahan

Namoota maaraatoonii Landan irratti hirmaatan halaalaa, Ebla, 23, 2017

Xurunash Dibaabaa, Landan, Roobii, Ebla 19, 2017

Fayyisaa Lelisaa maaraatoonii landanittis mallattoo mormii Oromiyaa agarsiise

Xurunash Dibaabaa, Tigist Tufaa fi Maree Dibaabaa

Britain London Marathon

Fayyisaa Leelisaa fi Qanaaniisaa Baqqalaa

Deeviid Werii wiilchariidhan warra dorgome keessaa 1ffaa bahe