Kuusaa Suuraalee: Dr. Maartiin Luutar Kiing Erga Ajjeefamani harri Oggaa 50

  • VOA

Maartiin Luutar Kiing Ebla 3, 1968 hoteela keessa qubatee ture. Baariitu Ebla 4 an ajjeefames hoteeluma san keessatti

Maartiin Luutar Kiing qabsahaa mirga ilmoo namaa Jeesi Jaaksan wajjin, Ebla 4, 1968

Ajjeefamuu maariin Luutar Kiing booda mormii hedduutu ka'e. Kun mormii Ebla 5, 1968 Waashingitan Diisiitti godhamee booda gara jeequmsaatt jijjirame agarsiisa

Gaabaasa ajjeechaa Maartiin Luutar Kiing baruulee biyya Ingilizii irratti, Ebla 5, 1968

Reeffi Maartin Luutar King awwallamuun dura yeroo namoonni gadda ofii ibsatanii nagaatti jedhaniin, Ebla,51968.

Mormii magaala Chikaagootti Ebla, 6 1968 ka'e

Deeggartoota Maartin Luutar Kiing sirna geggeessaa waldaa Kiristaanaatti godhameerratti argaman, Ebla,8 1968.

Maatii Maartiin Luutar Kiing gaafa awwala isaa, Ebla 9 1968.

Haadha warraa Maartiin Luutar Kiing, Koreettaa Skoot Kiing sirna awwalaa irratti, Ebla 9, 1968.

Sirna awwalaa Maartiin Luutar Kiing, Atlaantaatti, Ebla, 9 1968.