WASHINGTEN DC —
Wal-dhibdee eega dhiheenyaatii, Adda Bilisumaa Oromoo fi mootummaa gidduutti uumamee fi mala gara araaraa fi nagaatti deebisuu danda’u irratti, gama ABO tii miseensa Shanee Gumii fi dubbi-himaa dhaabichaa Obbo Toleeraa Adabaa fi gama mootummaa tii immoo Waajira Giddu-galaa ODP-tti hoogganaa damee yaadaa fi quunnamtii uummataa Obbo Taayyee Danda’aa daandii bilbilaan walitti-fiduun marii bal’aa geggeessinee jirra.
Your browser doesn’t support HTML5
Marii ABO fi ODP waliin geggeessame kutaa 1ffaa caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Marii ABO fi ODP waliin geggeessame kutaa 2ffaa caqasaa