Dhaabonni Humna Qawween Moorummaa Lolaa Jiran Marii Biyyaalessaatti Hirmaachuu Qabu fi Hin Qaban?

  • VOA

Obbo Leencoo Lataa, hoogganaa paartii tumsa Dimookiraasummaa Tigiraay – Dr. Aregaawii Berhee fi miseensa dhuunfaa mana-maree bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa –Ustaaz Kaamil Shamsuu [Suuraa yeroo adda addaa kaafamee fi wal-bira olkaawwame]

Marii Biyyaaleessaa Itiyoophiyaatti taasifamuuf jiruuf manni Maree Bakka bu’oota Uummataa labsiin raggaasiisuun isaa ni yaadtama.

Mariin Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa dhimmoota maaliirratti yoo xiyyeeffate gaarii dhaa fi qaamoolee akkamiifaa hirmaachisuu qabaa yaadota jedhan irratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu hoogganaa paartii siyaasaa duraanii fi gameessa siyaasaa – Obbo Leencoo Lataa, miseensa dhuunfaa mana-maree bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa –Ustaaz Kaamil Shamsuu " fi hoogganaa paartii tumsa Dimookiraasummaa Tigiraay – Dr. Aregaawii Berhee hasoofsiisuun waan qindeeffate qaba.

Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabonni Humna Qawween Moorummaa Lolaa Jiran Marii Biyyaalessaatti Hirmaachuu Qabu fi Hin Qaban?


*Maxxansa duraa irratti Obboo Kaamiil Shamsuu kan jenne dogoggoraani. Keessummaan keenya Ustaaz Kaamil Shamsuuti.