Marii Biyyooleessaa Lalchisee Abdii fi Yaaddoo Dargaggootaa

Obsaa Abdiisaa fi Eda’oo Daawwannoo (Suuraa wal-bira kaahame)

Qophii Labataa torban kanaa keessaatti hidhaa irraa gadhiifamuu hoggantoota siyaasaa akkasumas marii biyyoolessaa mootummaan Itoophiyaa karoorsee jiru irratti abdii fi yaaddoo dargaggoonni qaban laalchisee rogeeyyii lama dubbisne.

Finfinnee irraa dargaggoo Obsaa Abdiisaa, as Yunaaytid Isteets kutaa Minisootaa irraa immoo Eda’oo Daawwannoo, kinooti.

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Biyyooleessaa Lalchisee Abdii fi Yaaddoo Dargaggootaa