Marii Itiyoophiyaa, Sudaanii fi Somaaliyaa Ilaalchisee Gaggeeffame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Mana maree bakka bu'oota uummataa kan yunaaytid isteetes keessatti miseensa kan ta'an Ilhaan Omaar, hariiroo Amerikaa fi Afrikaa gidduu kan ilaaleen walgahii torban dabree koreen birkii alaa gaggeesse dura teessuummaan hoggananii tiran.

Rakkoo Itiyoophiyaa keessaa, fonqoolcha mootummaa sudaan booda tarkaanfii fudhatamuu maal akka ta'e akksumas Filannoo Somaaliyaa keessaa kan ilaaleen Ilhaan Omaar gaaffilee kaasanii tiran.

Gaaffiilee dhiyaataniif deebii kan kennan immo diploomaatii Amerikaa baatii fulbaana bara 2021 jalqabee ministrii dantaa alaa Yunaaytid keessatti keessatti itti aantuu ministeera dhimmootii Afrikaa Kaatriin molly phee turan .