Meeshaa hammayyaa seenaa Gurraachaa argachuu salphisu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Seenaa lammiiwaan Ameerikaa gurraacha ta’anii argachuu salphisuuf App addaa ta’e nama uumee fi hojiisaatu dubisuudhan gabsni Matt Dibble qindeesse dubbii ijoo qophii Labataati.

Dhuma irrattis hogganaa dhaabbataa miidiyaa hawaasumaa Twiiterii haaraadhan wal sin barsiisna, dawwadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Meeshaa hammayyaa seenaa Gurraachaa argachuu salphisu