Ministeerri Fayyaa Itiyoophiyaa Dhukkuba Koviid-19 Irratti Qorannaa Jalqabuu Beeksisee

  • Jaallannee Gammadaa

Minister-De’eetaa Ministeera Fayyaa Itiyoophiyaa, Dr. Darajjee Dhugumaa

Qorannaa waggaa tokkoof turu kanatti namoonni dhukkuba Koviid-19n qabaman 6300 akka hirmaatan ibsamee jira.

Minister-De’eetaan Ministeera Fayyaa Itiyoophiyaa Dr. Darajjee Dhugumaa akka jedhanti projektiin qorannaa kanaa Qarshii Miliyoona 100 kan gaafatu yoo ta'u ammaaf Miliyoona 10n jalqane jedhan.

Qorannaa kana keessatti dhaabatoonni biyya keessaa fi alaa kan itti hirmaatan ta'uu fi namoonni qorannaa kana gaggeessan 45 akka ta'an ibsamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ministeerri Fayyaa Itiyoophiyaa Dhukkuba Koviid-19 Irratti Qorannaa Jalqabuu Beeksisee